Oduu Haaraya

DHUBBUSTTU MALEE BIRAA HIN KUTIIN!! SHARE WALII DABARSAA MAALO!!

DHUBBUSTTU MALEE BIRAA HIN KUTIIN!! SHARE WALII DABARSAA MAALO!!

BREAKING NEWS!!

YAA OROMOO HUBADHA HUBACHISAA MALOO!!

NAMTICHII SURAA ASI ARGAA JIRTTAN KUN BANYAM KABADAA JEDHAMA. LAMMI TIGRAY DHA. YEROO KANA KAN JIRAATU FINFINNE NANNOO BOLE SANA. DOKUMENTRII ADDAA ADDAA KAN KIJJIBAA(FAKE) RAGAA TOKKO MALEE KOPHESSA JIRAA. FAKKENYA TORBE DARBEE KESSATII DOKUMENTRII “AMBO KENGA” FI “ASELLA KENGA” JEDHEE UMMATA OROMOO KAN QARSHIIN(MALLAQAN) BITAANI KAAMERA JALAA KESSE HOLOLAA HIN TAANE AFUUFA TUREE. DOKUMENTRII SANA KESSA BARATTONNI OROMOO BANKII FI HOOTELA MANA NYATAA FI AKKASUMAS QABENYYA GUGGUBU FI SAMUUUF HIRIRAA BAHANI JEDHETII KIJJIBEE. MOOTUMMA WAYYANE(TPLF) UMMATA OROMO WALITTI BUSUUF KAROORA GUDHAA KESSA JIRANII. KANAAF AKKUMA ARGAA JIRRU KANATTI TOKKUMMA KEENYYA JAABESSU QABNA BAKKA HUNDHUMATTI!!!

GUYYA KALESSA WAHEE MASTER PLANII FINFINNE FI AKKASUMAS WAHEE MENILIK ILAALCISEE DOKUMENTRII KIJJIBA HAARAWA BAASE JIRA. AFUUFFTU WAYYAANNEN KUN, DOKUMENTRII “ETHIOPIA KENGA” FI “FINFINNEE KENGA” JEDHEE YAADA(ATTENTION) MASTER PLANII JIJJIIRUUF UMMATA AMARAA FI OROOMO WALIITTI BUSUUDHAF KAROORA GUDHAA HOJJEETA JIRA.

GAAFIIN KOO, WAHEE MENILIK FI WAHEE MASTER PLANII FINFINNE FI NANNAWA FINFINEE MAALTTU WALITTI FIDHAA????!!!!!!!

YAA OROMOO KOO QOMOWAN KIYYA HUBAADHA GURBAAN KUN JI’A LAMAAN DARBE ESSA TURE KAN ARDHA DOKUMENTARII HOLOLAA KIJIBAA KANA HOJJEECHA JIRUU? WAYYAANNEN ATTENTION MASTER PLANII JIJJIIRUDHAF JETTEE AMAARA FI OROMOO WALIITTI BUSUUDHAFI HOJJEETA JIRTI. AKKUMA ARGA JIRRU AMAARRI TOKKO TOKKO WA’EE MASTER PLANI ILAALCHISE YAADA KEENYA FUDHAATA WAN JIRAANIFI, UMMATA OROMO FI KAN AMAARA WALITTI BUUSUF KAROORFATANII!!!

ADARAAA MALOO KANARRATI AKKA UFF EGNNUU ISINIIN GAFADHAA!!!
MOOTUMMA WAYYANE AMMA ACHI NU GOWWOMSU HIN DANDETTU!!

TOKKUMMA NAMA HUNDHAAF!!!
GALATOOMA!!

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata

Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *