Dr. Diimaan bara kuma lamaa fii saddeet yeroo jijjiiramni garee ABO irraa foxxooyteen labsamu miseensa jijjiiramaa ta’uun isa kana nutti himaa turan …… “Joollummaa kiyyarraa kaasee ABO waliniin guddadhe, kanaaf dhaabni kun natti jabaadha”
Kunoo Dhaaba isatti jabaa kana fuudhee isa kalee Minaasee (Abbaa Duulaa) Amaarasaadha nuun jechaa bahee cinaa ta’anii jira…