Harras kunoo afaanum kalessa dhadhaa dibatee ittin Uummata Oromoo gowwomsee abdiddatti naqaa tureen irra iyyuu darbee dirqama Wayyanee irra fudhateen mooraa QBO bakka sagalitti ciree …
Read More »
2, Oromoon OdooGabronfattoota HabashaaHarkatti Kufuu Baatee Hoo Har’a Eessa Jira Laata..? Baarentuu Gadaa Irraa Yoon kaleessa yaadadhu, yoon waan Oromoon waggoota 100 oliif keessa turee …
Read More »Harka muraafi shalabbii harmaa kan habaleen raawatame rasaasatti jijjiiree murrriqii Saba Oromoof diinni haareysoomsuuf dhaadate oolchuun duursinee gumaa kalleessaa kafaluuf irroomuun Sabaa dirqama sardaadha. dhawwaaqni, …
Read More »Abdii Boruutiin Ummanni keenya amma maal barbaada? 1-Dhaaba waa fiduu malee dhaaba seena fi hawwii itti himuu miti 2-Dhaaba waa godhu malee ka’aa jedhee kaasee …
Read More »GURMEESSUU YKN IJAARUU ( ORGANIZING ) Humni namoota hedduu yoo wal ta’ee hojjate jijjirraa fiduudhaf gahaa yoo ta’u namni tokko garuu waa xiqqoo hojjachuu danda’a……. …
Read More »Abdii Boruutiin Erga uummatni Oromoo gabrummaa Habashoota jalatti kufee kaasee hanga har’aatti qabsoon bilisummaa saba Oromoo bu’aa bayii meeqa keessa dabree akka har’a gaye seenaatu …
Read More »Abdii Boruutiin Jaarmayoonni bilisa baasaan keenya maal jedhu? Kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) ilaalchisee yeroo ammaa intarneeta irratti marii oo’aan waan godhamaa jiru …
Read More »Maaliif kan dabre irraa hin baranne? (Kutaa lammaffaa) Kutaa lammaffaa Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti qabsaa’ota fi jaarmayoota siyaasaa Oromoo kan walaba ta’anii …
Read More »