Fira Fakkaatee dhadhaan wayaa balleessa -

Fira Fakkaatee dhadhaan wayaa balleessa

          F. Wayyeessaa    

Bitootessa 2015  

Mata-duree barruu kanarraa, dubbiftootni barruu kanaa, barruun kun maalirratti akka xiyyeeffate ni hubatu jedheen abdadha. Akkuma eenyuu hubatu mata-dureen kun makmaaksa Oromoo irraay fudhatame.  Hiikkaan isaallee namuufuu ifaa dha jedheen amana.

Guutuu Isaa As xuqii dubbisi

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Oolmaa mana murtii ijibaata federaalaa Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Ammas Boritti Beellamame

Qondaalli ABO Kolonel Gammachuu Ayyaanaa kan mana murtiitti deddeebi’uun isaa xumura dhabe har’as beellamaan mana …

Leave a Reply

Your email address will not be published.