Full confidence from oromo students!!!! | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Full confidence from oromo students!!!!

Pirezidaantonni unversiitii garaa garaa irra jiran mirga barattootaa tuquu dhaan osoo barattoonni mooraa keessaa hin ba’in humna federaalaatiif mooraa bananii ol galchuu dhaan barattoota sodaachisaa jiru.barattoonni garuu mirga keenya gaafachaa jirra malee biyya gubaa hin jirru kanaaf sodaa tokko malee gaaffii keenya itti fufna jechuu dhaan mormii isaanii itti fufanii jiru!!!!
VIIVAA!!!
‪#‎OROMOPROTESTS‬

Check Also

abbaa duulaa gamadaa

“Kan nutti aanu TPLF malee ABO miti”. Abbaa Duulaa Gammadaa

Ee yaa Oromoo cidhi hunduu 4 kiiloodhaaf malee siif waan madaala kiiloo tokko kaastu of …