Oduu Haaraya

Gaafa caamsa 9/2014 hawaasni oromoo biyyaa swedenmagaala stockholm keessatti hiriirra guddaa gaggeessan.

May 9,2014 Stockholm,Sweden

 

Gaafa caamsa 9/2014 hawaasni oromoo biyyaa swedenmagaala stockholm keessatti hiriirra guddaa   gaggeessan.   Hiriira   kana   irratti   gochaa   Wyyaanneen   ilmaan   oromoo   irratti raawachaajirancimsani kaanbalaleefatan ta’uuhubachiisan.Dhaadanoolee dhageesisaa turaankeessaa:

 

  •  Baratootaoromooajjeessunatattamaanyaadhabatu!
  •  MasterPlaniin finfinnee fudhatamahinqabu!
  •  Hidhamtoonisiyaasaayaagadhifaman!
  •  Lafaqotee-bultootairrafudhachuunyaadhaabatu.

 

HiriirakanaboodasmariigochuudhanoromootaOromiyaakeessatti wareegamakafalaa jiraanifiinamootamidhaanirraaga’egargaarsaagochuufwaadaa waliifgalaniijiru. GazexeessaanSwedenkanmanahidhaaTPLFkeessattihidhammeeture,   MartinSchibbye akkasumaas hawaasaOgadeenkeessaobboAbdullahiHusseinmarihawaasaoromoo kanairratti hirmaachudhaan dararaaummataoromooirrattiraawwatamaajirukuunkanisaangaddisiiseta’uu issaaibsanni karaadanda’amu hundaanhawaasaoromoowaliinta’uun mirgaaummataaf mormuufi deegarsaagochuufqophiita’u isaaniibsanijiru.

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …