Oduu Haaraya

Gaazexaan al-anbaa’a ja’amu hiriira fi mormii baqattoonni Oromoo biyya Masrii keeysa jiraatan mootummaa wayyaane irratti gad-geeysan irraa gabaasa bal’aa gabaase..

abdulqaadir gumii2

Gabaasa suraan deggarame kana irratti barattonni Oromo guutuu biyyaa keeysatti FDG mootummaa wayyaane irratti gad-geeysaa jiraachu isaanii ibsee biyyaToophiyaa jechuun 75% lafa ummata Oromo akka taatelle ibsee jira. Guutuu gabaasa khanaa, as tuquun laaluu dandeessan

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa adabbii qarshii 500 irratti murteessee jira..

Dabalataan manni murtii guyyaa har’aa Jawaar Mohaammad Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *