26JUN
Gaazexeessitoota 17 Dhaabbata Raadiyoofi Televiziyona Oromiyaa irraa ari’aman.
Maqaafi ramaddii hojii gaazexeessitoota 17 kan Dhaabbata Raadiyoofi Televiziyonaa Oromiyaa irraa ari’amanii
Damee Misooma Teeknoloojii
1. Xilaahun Magarsaa-gaazexessaa website dhaabbatichaatif hojjetu
Damee Oduu
2.Birraa Laggasaa-Dubbisaa Oduu Afaan Oromoo tanaan dura sababa tokko malee Adaamarra gara Godina Iluu Abbaa Booraatti jijjiiramee gaaga’amaa ture
3.Baqqalaa Atoomaa-rippoortara Afaan English fi Afaan Oromoo
4.Hamzaa Huseen-rippoortara Afaan English fi Afaan Oromoo
5.Darajjee Goonfaa? -rippoortara Afaan Oromoo
6.Addiis Tagany-dubbisaa Oduu Afaan Amaaraa
7.Lissaanworq Mogas-Qopheessaa Oduu Afaan Oromoofi Qophii Afaan Amaaraa
8.Margaa Hangaasuu-Qopheessaa Qophii Ispoorti waa’ee arrabsoo Baahir Daar dubbateef duruma hojjirra ittifamee ammas lammata hojjirra dhorkame
9.Obsee Kaasaahun- FM dhaabbatichaaf kan hojjetaa turteefi amma Agabaastuu Oduu Afaan Oromoo tan taate
Damee Boohartii
10.Ayyaanaa Cimdeessaa-Qopheessa Gola Oromiyaa
11.Abdii Gadaa-Qopheessaa Qophii Dargaggootaa
12.Yusuf Warqisaa-Qopheessaa Afaan,Aadaafi Tuurizimii Oromoo fi Oromiyaa
13.Abdiisaa Fufaa-Qopheessa Dokmantari Boohartii Aartii fi Seenaa Oromoo fi Misoma Oromiyaa hojjetu
14.Hisqeel Argaaw-Qopheessa Sagantaale Bashannanaa adda addaa
Damee Barnootaa
15.Kabbaboo Ibsaa-Qopheessaa
Dookmantarii Barnootaa
16.Olaansa Waaqumaa-Qopheessaa Sagantaalee Barnootaa tanaan dura sababa hinbeekamneen Adaama’rraa Shawaa Kaabaatti jijjiramuun gaga’amaa ture
17.Zallaqaa Oljiraa/ Qopheessa Heloo Doktar