Oduu Haaraya

Gaazexeessituu Beteliheem Taaffasee akka hojii gadhiistu maaltu taasise?

bbc

Af-gaaffiiwwan namoota bebbeekamoo waliin LTV irratti taasiftuun beekamtii kan horatte gaazexeessituu Beteliheem Taaffasee (Beetii)n hojii kana dhaabuu ishee BBC’tti himteerti.

“Hojiin jaaladhu kana dhaabuudhaaf Kibxata galgala iyyata galfadheen ture. Roobii ganama iyyanni kiyya naaf mirkanaa’ee hojii kana LTV irratti hojjechuu dhaabeera” jetti. Guutuu Isaa

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …