Galmee Seenaa Irraa: Moggaasa maqoota gandoota fii magaaloota Oromiyaa Isa ganama… -

Galmee Seenaa Irraa: Moggaasa maqoota gandoota fii magaaloota Oromiyaa Isa ganama…

Amaarsan dhala Oromoo qofaami kan inni amaareessuu yaale, lafaa, laga, gaarreen fii qabeenya Oromoo mara amaareessuuf waan hin hojjatin hin qabu…viidiyoon kuniis kanuma ragaa baha..kutaa duraa ….Gaazeexeessituu Addee Zinnasha Ol’aanaatiin…

 

Kutaa lammaffaa

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Oolmaa mana murtii ijibaata federaalaa Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Ammas Boritti Beellamame

Qondaalli ABO Kolonel Gammachuu Ayyaanaa kan mana murtiitti deddeebi’uun isaa xumura dhabe har’as beellamaan mana …

Leave a Reply

Your email address will not be published.