Oduu Haaraya

Galmee seenaarraa: Jeneraal Taaddasaa Birruu

Ganaraal taddassaa Birruu bara 1941 G.C.

Oromo Graphya

Keessa, loltoota British, warra Ganaraal wingatiin hogganamuu wajjiin tahuun loltoota finfinnee walaba baasan keessaa nama tokko ture.

Ganaraal taddassaa Birruu, Bara 1941 G.C. keessa, Akka loltuutti, bakkeen ramaddii isaa tan jalqabaa Harargee dhihaa magaalaa Ciroo keessa ture. Bara kana keessa naannoo carcaritti yeroo sochiin Mahmmad Jiloo ykn bara ” girgiriin Mahmmad Jiloo Bal’innaan deemaa turteedha.

Bara 1941 G.C. keessa, magaalaa ciroo malee iddoo hedduun carcar keessatti sochii kanaan raafamaa turte. Ganaraal taddassaa Birruuiif sochiin tun mudannoo qofa ossoo hin tahiin yeroo duraatiif shira siyaasaa ityoophiyaa akka gaaritti akka hubbatu isa godhe.

Jeneraal Taaddasaa birruu

Check Also

usmaayyoo muussaa

Yaadannoo artist Usmaayyoo Muussaa

Sagantaan yaadannoo Artist Usmaayyoo Muussaa magaalaa Finfinnee Hoteela ILILI INTERNATIONAL tti torbaan dhufu ni qophaawa. …