Oduu Haaraya
toltuu tufaa voa

Gara Itti Adeemtu Baruu Yoo Feete Eenyu Akka Taatee fi Eessaa Akka Dhufte Beekuu Qabda

Jaallannee Gammadaa

16.07.2013

WASHINGTON, DC — Lammi Awustraaliyaa hidda dhalata Oromoo kan taate Toltuu Tufaa umriin ishee Digdamii torba. Abbaan Toltuu Oromoo harmeen ishee immo lammii biyya Turkii ti. Afaan Oromoo Afaan Turkii fi Afaan Ingilizii sirritti beekti.

Afaan ofii sirritti beekuun Aadaa fi seenaa saba ofii baruuf furtuu dha kan jettu Toltuun ijoollee ofii ijoollummaa kaasee afaan ofii barsisuun itti gaafatama maatii ti jetti.

Yeroo ammaa gosa barnootaa qor-sammuu ykn Saaykooloojiin Doktorummaa ykn pii eech Dii (PHD) barataa kan jirtu Toltuun hogganaa gaarii ta’uuf nama ajajuu otoo hin taane ofii hojjatanii jaalala horachuutu barbaachisa jetti.

Gaaffii fi Deebii Toltuu Tufaa waliin gaggeeffamee armaa gadiitti caqasaa

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

One comment

  1. Galatomaa Toltuu fi Jaalanneen !