Oduu Haaraya

Geerarsa: Eegee gaalaa conqollee abbaan if dhaadu hin tollee…….

Ifiifuu ni barihaa lukkuu iyyuu hin baddini, ani shuumoo waa hin nyaadhu muyraa dhiquu hin baddin, Oromiyaa bal’oo keessaan jiraa keessummaa sitti hin dhufne afaan tuuluu hin baddin…

Galanni viidiyoo kana isa waraabee fii ol kenneeti.  Farhan Dhamalaati..

Check Also

ali birraa2

Hangafni Artistoota Oromoo Dr. Kabajaa Artist Alii Birraa biyya irraa hin galetti godaane.

INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Anis Biyyaan Qabaa Biyya Biyya Caaltuu Biyyatoo Oromiyaa Tan …