Dhiirti haqaa akkatti dirree baaftee dhugaa jiru lafa keessi.
Karaa Oromoon irra deemuun barbaachisu ummatatti garsiifti.
Dargaan gola keessatti dahattee odoo waan dubbatame sirrtitti dhaggeeyfattee hin hubatin, mancaa fi bordoo gurrattee dhukkee kaafti. Kun Oromoo gar tokkoon hin gayu!!
Check Also
Intensified arrests in Arsi zones, Oromia region under pretext of connections with OLA
In these zones, people who do not support the government’s political views, youths who are …