Oduu Haaraya

Grand ‪#‎OromoProtests‬ Lajo Birbirsa town, Adaba district, West Arsi

=========
“Godinaa arsii lixaa Aanaa Adaabbaattii magaalaa lajjoo Birbirsaattii hiriira nagahaa sanbataa dabree godhameedha.
Waa hedduu namaa bonsaan hojjaatan qerroon Laajjoo hidhamtootaa hiriiraa duraa irraattii qabaman hundaa manaa hidhatii yaasuun akkaasuma qabeenyaa ummaataa kan duraan saamtee hundaa yaasaanii ummataaf deebisaan”

Check Also

horroo guduruu230614

Haleellaan godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti akkaan hammate jedhu

Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa …