Boorri waa jab na taphsiisee
Seenaan isaa garaa ana raase
Garmaamaf isatu nu kaase.
Boora naa jabaadhu
Nyaapha injifadhu
Tokkicha akka kumaa
Inni oromiyaa tokkuma
Gulufi mee daamaan
Maxaana yaabbattii jaaman.
Yaa rabbi naa dhagayi
Hamaan durii ka kufee
Ka biraa dalgaan nu lufe
Hin dubbannaa yoo nuu lufe
Nyaapha biyya dhaga’aa
Maaltu irraa dhaga’aa?