Halleellaan Xayyaarri biyyi Sa’udi Ti fi kanneen biroo Dabalate Magaaloota Yaman mara Rukutaa jiru eega jalqabe Guyyaa 13 gaheera, kanumaan walqabatee guyyaa kaleesaa fi arraa kana Mooraa waraanaa kan magaalaa Sana’a naannoo (Khowlan)ja’amutti kan argamu Xayyaari lolaa haalaan Rukutuu irraa kan ka’een Matiwwaan Baqattoota Oromoo Kudhantamaan lakkaawaman iddoo(mana) jireenyaa isaanii’irraa mi’a(meeshaa) tokko malee godaansise,