Oduu Haaraya

Haati badii amma OMN keessatti dhalatte kana hundaa obboo Jawaar Mohamed tahuu Dr. Hamzaan irra deddeebi’anii himan

 

“Hamzaan OMN kiif  yoo ka gufuu tahu tahe if duraa fuudha malee, olola biraa irratti hin oofinaa”! Gaafiif deebisaa RSN Hogganaa OMN duraanii Dr. Hamzaa waliin taasise kutaa lammaffaa..

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020

Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …

2 comments

  1. leaked document shows that Dr got F in leadership

  2. leaked document shows that Dr got F in leadership, although he got A in several other courses

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *