Oduu Haaraya

Haddhooytuun maali?

 

Dhukkubni hadhyootuu maali? maalirraa nama qabdi, mallattoon isii qabaachuu hoo, bu’aan isii fii miidhaan isii maal faadha? Akkamitti ifirraa eeyna? Wal’aansi isii hoo?….Gaafiif deebisaa waayee dhi,,aa kanaa…laalchisee Dr….Viidiyoolee jiruuf jireenya Oromoo kumaatamaan daawwachuuf. Fuula keenya haaraya …. www.viidiyoo.bilisummaa.info   dhaqaaa!!!

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Dokumantarrii Addaa gocha Malaamaltummaa hooggantoonni METEC raawwatan kan agarsiisuu dhiyaachaa jira Daawwadhaa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *