Oduu Haaraya

Oduu lola naannoo Anniyyaa

Waraanni Ogaden kani Wayyaaneen Liyyuu Poolis jettuu Oromoo Gammoojjii Anniyyaa weeyrare.
Oduun naannoo Qumbii qubsuma Oromoo Anniyyaatii baatu akka mirkaneeysitutti, hidhattoonni Liyyuu Poolis kani Wayyaneen Soomalee Ogadinirraa jaarrattee bara afran dabre gara jabeenyaan ummata Somnaalee Ogadeen irratti shoorarkaa duguuginsa shanyii hojjachaa bahe, batii dabartee kaasee, Oromoo gammoojjii Anniyyaa qubatturratti bobbahee, lafa bal’ooorraa ummata humnaan buqqisuun gabaafame.

 

Check Also

kfo

Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira

Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – …