INNAA LILAAHII WA’iiNAA ILEEYHII RAAJI’UUN PROF Mahdii Hamiid Muudee (Abbaan Gaazexaa Bariisaa) Hayyuun Oromoo guddaan gara ganda Aakiratti godaanuun Dhagahame.Nama guddaa waan guddaa fuuldurattiis irraa Eegaa jirru dhabne.Rabbiin Jannataan Haa qananiisu , Firaa isaanii tiifii Ummata Oromoo hundaaf Rabbiin Sabrii Haa kennu.
Check Also
Insurgent forces organized from home to abroad to terrorize the country were arrested
The government announced that it has seized 47 insurgent forces engaged in terrorist acts organized …