Oduu Haaraya

Holland: Ilmaan Oromoo oromoo fi Oromiyaa Halaagatti beeksissan!

Waxabajjii 15,2013 Ilmaan oromoo dararamma, hidhaa fi sarbammuu mirga abbaa biyyuummaa mootummaa garbomfaata wayyaannee oromiyaa keessaatti raawwaacha jiru jala baaqaatani biyyaa Hollandii kolugaltummaa gaaffaatani dhimmii issaani fudhaatama dhaabee alaa jiracha jiraaniisagantaa ummata oromoo fi biyyaa Oromiyaa beeksissuu magaalaa guudditti Neezeelandii ( Hollandii) gaggefamme irraatti ummani biyyoota adda adda irraa qooda fudhatan yoo ta’u Obbo Mulugeeta Moosissaa miseensa gameessa ABO hirmatoota sagantaa kan irraatti argamaniif eenyuummaa sabaa keenyaa fi ummani oromoo mootumoota Itoophiyaan jaaraa 19 irraa qabe sarbammuu mirga fi dararama jala akka baqatani ummani oromoo qabsoo abbaa biyyuummaa fi hiree-murteeffanaa gaggaeessaa akka jiru ibsa baala kennani jiru.Akkasuma nyaani adda oromoo fi ufani adda beeksissame , akkasumas weelissa beekama Mahadii Seeka , weelistu Angaatuu Baalchaa fi dargaggoo Mommaad Abdii ummata sagantaa kana irraa qooda fudhatan borssani jiru.

 

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …