Oduu Haaraya
kora 38ffaa

Ibsa Ejjannoo Kora 38ffaa Tokkummaa Barattoota Oromoo Biyyaa Jarmanii

 Ummatni oromoo qabsoo hadhaa’aadhaan bilisummaasaa gonfachuuf sirna bittaa Abashaa waliin geggeessu keessatti TBOJ shoora guddaa galmeessaa jira. Sirni bittaa Abisiniya ilmaan oromoo gabroomfachuudhaaf bara dheeraa hacuuce keessatti araddaasaa irraa buqqisee, qabeenyaa isaa saamee, mirga isaa sarbee, afaan, aadaa fi seenaa isaa awwaalee, ilmaan oromoo galaanatti akka dhumanu, kan hafan addunyaa irratti akka faca’anu godhee, gariin mana hidhaatti akka dararamanu kaan kaan irbaata rasasa isaa akka ta’anu godhaa jira.

 

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …