Oduu Haaraya

IBSA IJJANNOO JARMAYA ABO JIJJIIRAM AFRIKAA KIBBAA KAN YEROO AMMAA:KALLACHA WALLABUMAA OROMIYAA [KWO]JEDHAMUUN BEEKAMU.

 

Hoogantoota;miseenssota  deegartoota  akkasumass  ummata  oromoo  kan ummatt  oromof  hawwii  billisumaa  qaban  hundaaf.

Ibsa ijjannoo koree dandmachiituu  dhaaba  [ABO] jijjiiramaa   AFRIKAA  KIBBAA    jedhamuun  ibsii   bayee   ibsa  dhugaa   iraa fagaatee  taa’uu   ibsinaa.

ABOn  jijjiiramaa  B/G/ Kamaal   galchuutiin   hogganmu   yomilee  jaallan  qaqqaalin  lubbuu   isaanii  dhabanf  kan  dua;rra   hafaniin  baqattummaa  geegessaa kan  jiran  hundaaf  hawwiin   inii qaabuu  yoomilee   ciminaan  hojjannee   salphinaa   ayyaan   lalatuun   ollola   dhaabaf  miseenssotaf ; deegartoota  akkasumass   ummata oromoo   irratti  diigaan   godhamuu   aman bodaa bakaa hiqabuu .

Ayaan   lalatuun    maqaa fi  alaabaa maqaa dhayudhan   ummata   oromo  kesaa tau,dhan   ummata oromo gurgurachuuf   sagantaa tokkumaa  jedhamun  ummata  kenaa wan inii  qabaatuu dhorgaa jirtii.

Waan  kana ta’eef  nuti hogganootni  qondaalotni  akkasumas  miseensotiin  dhaaba  kanaa kan  afrikaa  kibbaa adda   durummaan gocha  kana kan  oboo  yaadesssaa   diinnaa tin  maxfamee kan  balaaleffanu   ta;uu   namoonii   inii  maqaa issani    koree  damdamachiiftuu    jedhee   mogaasee sun   wan hijiiree   miseensota  keennaa  qaqqaalii   maqaa isan   bareesun  kijiibaa  yokaan  ollola dharr  akka dhabaan  kabajjaa  oromumatiin  isin  gafaana .

Namootaa  inii maqaa  koree  damdamachiiftuu  jedhee  mogasee  saniiraa

1.j/sh/mahammed    baddaa

2.j/ abdii   kaawoo

3.j/kamala  aloo

4.j/abdusamad   kadiir

5.j/fessal   abdul qaadir

6./suleyman  huseen

7.j/huseen amaan

Namoon    kun  yomilee   miseenssotaa   kallacha  wallabumaa oromiyaa   ta’uu  isann  waraa kayoo issan iraa dubaatii hinjnee   fedhii  jechaa  waraa kayoo  umataa duraa  hindhabanee  ta’uu nuu mrikaneesan

Yoomiyyuu   kallacha   wallabumaa   oromiyaa [KWOn]  kallcha  qabsoo  ummata  oromooti!

Oromiyaan dhiiga  ilmaan isiitiin  ni bilisoomti!

Koree dhaaba   kallacha wallabumaa  oromiyaa   afrikaa  kibbaa.

August/hagayya10 /8/2015

I  U OF

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020

Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *