Torban dhufu gaafa Kamisaa Muddee 10, 2015 guutuu addunyaatti hirriiri tumsa mormii barattota Oromoo godhamuuf akka deemu mirkanaayee jira. Bakkota muraasatti ammo Jimaata guyyaa itti aanuu ta’a. Maalif fagaate gaafii jedhuuf: hayyama barbaachisu argachuufi hawaasni addunyaa hundinuu bakka takk godhuuf akka aanjayuuf guyyaa achi siiksuun barbaachisaa ta’e.