Ethiopia’s Feyisa Lilesa crosses his arms above his head at the finish line of the Men’s Marathon athletics event of the Rio 2016 Olympic Games. …
Read More »Yaa Saba khoo!
Biyya tee bareedduu, biyya biyaa olii Tan diinni gororuuf, guyyaa fii halkanii Irraa quba qabdaa, laata beeytaa ati Milqaayee bahaa, itittuu sakiinaa Irkata Waaccuu dhaa, …
Read More »Gaaddisni Oromoo Nederlaand Yaadannoo Sooreessaa J/Jaarraa Abbaa Gadaa Gad-geeyse
Ilmaan Oromoo Addunyaa Mara keessatti Yaadannoo Gootichaa diinaaf summii Sooreessaa Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa eega du’aan addunyaa tanaraa galanii kaasee yaadannoo isaa bakka garagaratti gad …
Read More »Jaarraa Abbaa Gadaa eenyu laataa? Warri dhiheenyaa fii qaaman isa beekan waayee isa akkamitti ibsu?
News – 10k Run for Jaaraa Abbaa Gadaa – Winnipeg, Manitoba, Canada
On Saturday, June1, 2013 Oromos in Winnipeg, Manitoba participated on 10Kr un for their hero Jaaraa Abbaa Gadaa. This is a yearly event Organized by …
Read More »Dhaamsa Sooressa Jaarraa Abbaa Gadaa
Abdii Boruutiin Dhaadannoon “Qabsaa’an ni kufa, qabsoon itti fufa” jedhamu kun, waanuma barameef akkanatti dubbatama moo qabiyyee fi dhaamsi inni qabu …
Read More »Gaddii du’a Gooticha Jaarraa Abbaa Gadaatiin uumame QBOtiif carraa gaariitti jijjiiramuu qaba
Jaallan Sooreessaa J/ Jaarraa Abbaa Gadaa fii warri isa mararfatan maal jedhu?
Jaallan Sooreessaa J/ Jaarraa Abbaa Gadaa fii warri isa mararfatan maal jedhu? Gaazeexeessaa, angaftichaa fii abbaa galmee jechoota Afaan Oromoo kan tahee obboo Mahdii Hamiid …
Read More »Kutataa dha du’a hin sodaatu
Kutataa dha du’a hin sodaatu Jajjaboodha hin cabu Dhugaa jaalata hin hin faallessu Onnee guutuun lola takkaa hin fakkeessu Dhugaa-‐dhaaf falmata Kabajaa sabaatiif lubbuu isaa …
Read More »Nuti Oromooni magalaa gudditii Suweden Stockholm fii nannoo isii jiran walitti dhufuun, qooda nurraa eegamu bahuuf murteeyfanne
Nuti Oromooni magalaa gudditii Suweden Stockholm fii nannoo isii jiran walitti dhufuun, qooda nurraa eegamu bahuuf murteeyfanne Du’aan adunyaa irraa galuu Jaarraa Abbaa Gadaatiif gadda …
Read More »