Oduu Haaraya

“Jawaariin simatte naan jedhanii hojiirraa na dhorkan”

Hogganaa barnoota sanbataa Bataskaana Dabresalaam Qiddisti Maariyaam Waashingitan DC jiruu kan tahan Lubni Saamu’eel Biraanuu Jabeessaa kaleessa wal gahii Jawaar Mahaammad hawaasa Oromoo waliin taasise irratti argamanii kadhannaa waan raawwataniif hojii isaanii irraa dhorkaman.

Lubni Saamu’eel Biraanuu marii Jawaar Mahaammad hawaasa Oromoo magaalichaa waliin taasise irratti argamanii saganticha eebbisanii akka bananiif afeeramanii akka deeman BBCtti himaniiru. guutuu isaa dubbisuuf as tuqaa

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …

One comment

  1. Hattuun gaafa qabamte iddoo lixxuu fi waan gootu wallalti mitiiree