Oduu Haaraya

Karaa hundaan daandin karaa finfinnee deemu hundi akka cufamu waliif haa dhaamnuu

daandii finfinneeQeerroo Oromo hundaaf

Keessattuu Daandin Dildilaa karaa#Baalee_Wallaggaa_Booranaa_Harargee_lixaa_Ciroo_hamma_Galamsoo_Fi_Machaaraa_Miicataa Daangaalen Oromia marti Dildila cabsuudhan ‪#‎WBO‬ dhaf karaa haa saaqnuu

Keessattuu Waraanni keenya Kan Karaa ‪#‎Baalee_Fi_Daangaa_Booranaa‬ irra jiran Oromia Seenuudhaf Danqaan cimaan waan jiruuf Qeerroon Oromo karaa fi Dildila Garaagaraa cabsuudhan daandii akka saaqaniif Ummata Oromo fi Qeerroo Oromo gaafataa jirra

Keessattuu karaa Finfinnee irraa Adama keessa baasee harargee dabarsu
Dildilli Guddaan Godina ‪#‎shawaa_‬ Bahaa_Aanaa ‪#‎fantaallee‬ Naannoo ‪#‎Matahaaraf_‬Olancitii Jiddutti argamu kan Bishaan Awaash Gubbatti argamu Danqaa guddaa nutti tahaa jira Ijoollen Aanaa fantaallee Sabboontonni Oromo didila san Cabsuudhan Karaa akka nuuf saaqan gaafannee jirra

Ammallee Dildila Guddaa Adaamaa irraa kaasee karaa Godina Arsii Aanaa ‪#‎Jajuu‬ fi‪#‎Aanaa_‬ Bosot ‪#‎Magaalaa_‬ Doonii jiddutti argamu Dildila Guddaa ‪#‎Awaash‬ Akka caphu Qeerroo naannoo saniiti fi Ummata Oromo maraaf dhaamsa keenya Guddaa dabarfachuu barbaanna

Ammallee Dildila Guddaa Adama irraa kaasee karaa Magaalaa dheeraa dabarsu dildila Awaash Tarkaanfin akka irratti fudhatamu dhaamsa Oromummaa dabarfannee jirra
Akkasuma
karaaleen Naannoo Oromia keessa dabarsan marti akka cufamanii karaa nuuf saaqan Qeerroon Oromo dhaamsa keenya walbiraan nuuf gahaa

Keessafuu Dildiloonni amma maqaa isinii dhoofne kun hatattamaan tarkaanfin irratti akka nuuf fudhatamu Qeerrof dabarsinee jirra

Nuti kan Dhaabbanne Gumaa ilmaan keenyaa Diinarraa isinii baasuf dhufaa jirra

Kanaaf Ummanni Oromo qabsoo itti jiru walitti dhaabee itti fufuu akka qabu dhaamsa keenya dabarsinee jirra

Ummanni keenya eddos isinii himuu baannu Miseensi keenya Miseensi WBO achuma isin bira akka jiru hubachuu qabdu

Oromia keessaa Miseensa Gahaa qabna

Kan Muxannoo gahaa qaban

kanaaf qabsoon itti fufuu qaba

Nus isin duuba jirra

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Ollaa: Oromo Legacy Leadership And Advocacy Association

IMPORTANT UPDATE: OLLAA is always seeking for opportunities to engage with Oromo communities around the …

2 comments

  1. Thanks

    The best strategy is considered now to collapse TPLF at Finfinnee. Thanks, Thanks, Thanks————————————-

  2. Maaliif ergaa kana iccittiin hin dabarsine? Waa’ee daandii cufuu jechaa kooti???

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *