Oduu Haaraya

KAROORA MOOTUMMAA WOYYAANEE KAN FUUNDURAA

* KAROORA MOOTUMMAA WOYYAANEE KAN FUUNDURAA

* Umman Oromoo yoo yaada woyyaaneen deemaafii jirtu kana Bakka jiru kamiiyuu yaada isaanii kana yeroon hin Fashaleesine Sagantaan isiin fuunduraaf yaadu ,

* Finifinnee irraa kaasee Bakki Diimaan Dibame kun kan Oromootii mitti jechuuf Deemtii !!
* yaani Woyyaaneen ummata Oromoo tif Oromiyaa irratti ija Diimefate kanaan Maal jetu ?

Jajjaboo Sabaatiin

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Ollaa: Oromo Legacy Leadership And Advocacy Association

IMPORTANT UPDATE: OLLAA is always seeking for opportunities to engage with Oromo communities around the …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *