Oduu Haaraya
Stovner

Waamicha kora/Muhadaraa 5ffaa Hawaasa Oromo Muslima Norway(HOMN)

Waamicha kora/Muhadaraa 5ffaa Hawaasa Oromo Muslima Norway (HOMN)

Korrii baranaa, 2014 diinii Islaamaa tiifii haala hawaasni muslimaa keessa jiru ilaalchisee gorsaafii barnoota adda adda sheekkootaa fii hayyoota keenna kan biyya gara garaa irraa dhufaniin waan kennamuuf akka dhuftanii itti hirmaattan kabajaan isin affeera.
Guyyan: April, 19-20
Bakki galmaa: Masjiida Stovner

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …