Oduu Haaraya

Korri Gamtaa kan Shanee ABO kan bara baraa kan bu’aa ummata Oromoof buusee hin beeyne Kutaalee ABO Godiina Awurooppaa Milikiin Xumurame jedhu

Kora Waxabajjii 28-29 kan miseensa fi ummata irraatti argamudha haala qabsoo bilisummaa Oromoo, haala siyaasaa adduunyaa, xinxala baalaa kan latan Miseensa Shanee Gumii fi I/G Jaarmiyaa fi Siyaasaa ABO J/ Abba Caalaa Lataa, MSG Dr. Dagafa Abdissa, akkasumas miseensoota gumii sabaa ABO biyyaa Awurooppaa jiratn qooda irraa fhudhatan yoo ta’u koraa haalii qabsoon bilisummaa Oromoon gaggeefammu irraatti gilalame fi miseensooni dhaaba gaaffii fi yaada furmata irraatti latan ture.akkasumas ummani Oromoo nannoo Oslo jiratn haala qabsoo Oromoo ABOn hoogannamu irraa jiru, dhimma araaraa dhaabota bilisummaa fi walabummaa Oromiyaa gaggeessan giddutti demma jiru irraatti gaaffii fi deebii baalaan latame yoo ta’u sagantaa bashannaann aadaa Oromoo kan sirbitoonii beekamoon irraa qooda fudhatan nagaa fi milkiin xumurame jira.

[rev_slider kora]

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …