Oduu Haaraya

Lammii lammii nyaatu Oromiyaan hin baattu!

Nama Barbaadamaa jiru….‪#‎share‬
**************************
Namni suuraa irratti argitan kun I/A waajira komunikashiinii (communication) Magaalaa Masalaa yoo ta’u FXG ummata magaalaa Masalaatiin gaaggeeffame irratti Dargaggoo‪#‎Abbaas‬ Abdulrahaman jedhamu hojjataa Waajira Tajaajila Bishaanii kan ta’e rasaasaan rukkutuun kan ajjeese! Lammii lammii nyaatu Oromiyaan hin baattu! Bakka argametti tarkaanfiin irratti haa fudhatamu!

Check Also

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …