Mana amala sirreessaa feederaalaatti hoji-maanni mana amala sirreessaa dirree dhawaatti argamu iddoo dhiittaan mirga dhala namaa sadarkaa ol-aanaadhaan itti muldhatu jechuudhaan sirreeffamtoonni seeraa mana amala sirreessaa dirree dhawaatti argaman komatan.
Manni amala sirreessaa gama isaatiin rakkoon akkanaa hin jiru jechuudhaan deebii laate.
Check Also
WBO irraa Harkaa keessan Kaasaa!
Obbo Baqqalaa fi Obbo Jawar Baga Nagaan Mana Hidhaatii Baatan! Hubataa Dubbii tiin Obbo Baqqalaa …