Oduu Haaraya

Maanni mana amala sirreessaa Dirree Dhawaatti argamu iddoo dhiittaan mirga dhala namaa sadarkaa ol-aanaadhaan itti muldhatu

https://www.facebook.com/diretvafaanoromoo/videos/2064313843887934/

Mana amala sirreessaa feederaalaatti hoji-maanni mana amala sirreessaa dirree dhawaatti argamu iddoo dhiittaan mirga dhala namaa sadarkaa ol-aanaadhaan itti muldhatu jechuudhaan sirreeffamtoonni seeraa mana amala sirreessaa dirree dhawaatti argaman komatan.
Manni amala sirreessaa gama isaatiin rakkoon akkanaa hin jiru jechuudhaan deebii laate.

Check Also

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …