Oduu Haaraya

Magaalaan Kaayro Dhohinssa Bonbbii Guddaan Sossote

Hegeree Oromiyaa

Oduu Haariya Onkololeysa 15/2014
Halkan keysaa Sa’atii 11tti walkkaa Magaalaa Cairo Iddo Isa’aafa ja’amtu Mana Murtii Ol-Aanaa biyyatti biratti dhohinssa bonbbii guddaa dhoheen namni 13 Mucaa xinno takka dabalatee madaawuu isaanii Polisiin Magaalaa Cairo gabaase jira.

Akkasuma Kaanttibaan Magaalaa Cairo Mohammed Jalaal Sa’iid Iddo dhohinsa kanaa fii namoota madaawan mana yaalaatti erga daawwatanii bodaan labsa odu himaalee biyyattiif laataniin warreen abdii kuttaannaan hujii akkanaa raawwatan kana kan balaaleyfatan tahuu ibsee warreen madaawaniifiis fayyaa hawwina ja’anii jiru.

Hamma Sa’atii gabaasaa kana qopheysinutti qaamni dhohinssa kanaaf itti gaafatamaa fudhate tokkolleen hin jiru.

Akkuma yaadatamuu Erga warri Akhwaan Al-Muslimuun Aangorraa arihatamanii kaasee biyyatti keysaa jequmsaa fii tasgabbii dhabu hamaan jiraachuun beekkamadha.

Check Also

walloo

Witnesses say latest ethnic clashes in Ethiopia kill dozens

NAIROBI, Kenya — Witnesses allege that several dozen civilians and fighters have been killed in …