Kan argaa jirtan kuni Masjiida guddaa Jibutiiti keysa isaati .
Kan gara Minbaratti dhihaatee taa’aa jiru kuni itti gaafatamaa haajaa alaa Amrekaa Jon Keriidha.
Dhiiro Muslimota sagachiisuf deemaa jira mo maali ? Naaf hin galle yo waa irraa isini galee jiraate naafiis galcha.
وزير خارجية امريكا يخطب الناس فى احد المساجد فى جمهورية جيبوتى العاصمة .
shekhaa atii maliff waa’ee biyaa anamaa kheysa senta. Talamada, John kery wanii inii masgida senffii, Motumaa Djibitii walinn akaa hojochutii jiraan mulisifuu.