Oduu Haaraya

Mootummaan Waggaa haaraya sababeeffachuudhaan Obboleewwan keenya 6 akka hiikkaman murteessee jira.

Obboleewwan Koreewwan keenya wajjiin Amantii Da’oo taasifatuun Himannaa Dharaa Mootummaa Islaamaa dhaabuuf sochootanii jirtu jechuun warroota murtiin siyaasaa irratti darbe gidduu namoonni 6 Hidhaa Irraa akka Hiikkaman Murteeffamuun Gabaafame.
Ibsa Ministeerri Haqaa Hardha Kenne Irratti hundaa’uun Isaan 6 akka hiikkaman kan murteeffame yoo ta’u Isaanis:
1. Yaasin Nuuruu Iisaa.
2. Bahruu Umar.
3. Abubakar Alamuu Muhe.
4. Saabir Yirguu Mandafroo.
5. Muniir Huseen
ta’uu beekkamee jira.
Maqaan nama 6heessoo Akkuma nu dhaqqabetti Isin beeysifna.
Alhamdulillaah!

Check Also

duubbee

Oromo Orthodox Split: A Collision Between Politics and Faith

By Sooreettii Kadiir The formation of the Oromo Orthodox Synod signals greater shifts that have …