Hegeree Oromiyaatiin
Mummicha ministera ethiopia kanaa walin itti gaafatamaan waraana ethiopia wali-galaa Saamoraa Yonis fi Ministera dinaggey fi guddina ethiopia Abdul-aziiz Mohammed fi Ministera raayyaa ethiopia fi itti gaafatamaan nagenya wali-gala ethiopia kan waliin jiran tahuun gabaafame jira.
Wayta bufata dirre xayyara waraana Sa’udi magaalaa riyaad qubatan kan isaan simate itti aanaa moticha Sa’udi arabia Mohammed bin Naayif tahuun hubatame jira.