Oduu Haaraya

Nama 500 fulbana 14/15/2014 Dooniin qarqara galaana Maaltaatti garaan galtee keeysaa nama 10 qofaatuu mul’atee jira.

Hegeree Oromiyaatiin

Kana kan dubbatan Hogganaa dhaabbata Godaanttota Addnyaa Obbo wilyaam Liis Liisiing hoggaa tahuu haalli godaantttonni itti dhumaa jiran kuni yaaddeysaa tahuus dubbatee jira. Waggaa 2013 Godaanttonnii heeraan alaa biyya Awrophaa seenuuf sossohaa Osoo jiranii galaana kana keysatti dhuman nama 700 hoggaa tahan garuu lakkofsi kuni waggaa 2014 gara 3000tti ol guddachuu erga eree boodaan haalli kun hedduu ka Addnyaa yaaddeysaa jiru tahuudhaas dabalee addeysee jira . Namoota 10 du,arraa baraaraman kanneen keysaa nama lammii falsxiinii tokko waabeyfachuun akkana Ja,a , sababa dhumaatii isaanii laalchisee ” hundii isaanii I kan irraa imala egalan biyya Masrii magaalaa tantaa ” bakka ja,amtuu irraa ka,uu isaanii erga ibsee boodaan daangaa Maalxaatti dhihaannaan dallaalonni geysanii donii xixiqqoorratti akka buunu nu dirqan nu dinnaan Dooniin biraatiin doonii nuti keysa jurru rukutanii dhumaatii guddaa kanaaf nu saaxilan ja,a” godaanaan lammii falasxiin kan warra lubbuun hafan keysaa tokko .

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Murtiilee Konferensi Gurmuu Hayyoota Oromoo (GHO) 15.08.2020

Nuti, kanneen yaa’ii guyyaa hardhaa 15.08.2020 mataduree “Beekumsa hidhachuudhaan Oromoo fi Oromiyaa roorroo diinaa irraa …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *