Walgahiin gargaarsa Oromia Media Network kutaa Iskaandiniiviyaa -

Walgahiin gargaarsa Oromia Media Network kutaa Iskaandiniiviyaa

Gargaarsa Oromia Media Networkiif godhuuf Oromoonni biyya
Sweden kheeysa jiran walgahii guddoo magaalaa Stockholm
kheessatti godhan irratti oromoonni Norway akkasuma Denmark
jiraniis irratti arkamanii turan, haasawa ballaa adeemsifame
irrattiis obbo Jawar Mohammad gara qilleensa irraan arkamee
haasawa ballaa taasisee ture. Walgahiin gargaarsa Oromia Media
Network qophooyte haala bareedaan xummuramte.

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

WBO irraa Harkaa keessan Kaasaa!

Obbo Baqqalaa fi Obbo Jawar Baga Nagaan Mana Hidhaatii Baatan! Hubataa Dubbii tiin Obbo Baqqalaa …

Leave a Reply

Your email address will not be published.