Oduu Haaraya

NAMNI ERGAMTUU DIINAA SAAXILE AKKAAMII GANTUU TAHUU DANDAYA ?

http://sikk.over-blog.com/

Obboo Hangaasa Ahmed jachuun Ilma Abbaan Qabsaawaa fi Sabboona tahuu Caala Ragaan hojii isaa gaha dha, quuqamnii inni lammii isaatif qabu yaroo dhugaa ardha qabsoo oromoo irraa jirtu isaa dubaachiisun kan isaa diinaa isaa godhu tahe enyuu kan dhugaa saba dubaatu ? obbo Hangaasa Ahmed nama guyyaa keessa qabsoo oromoo irraa qooda fudhate osoo tahiin warraa hunde ganamaa irraa eegale family isaani qabsoo oromoo irraa qooda fudhata turaan tahu ragaa qabatama lafa jira . Qabsaawummaa fi Sabboonummaa fi Gootummaas akkasuma dhalootara kan dhaalan malee kan akka odeeysituu fi Ergamtuun of hin beeyne guyyaa keessaa Qabsaawa tahanii yoo kaan of fakkeeysanii shirraa fi Dabaan dhugaaratti Duulanii miti !!!
➡️Obbo Hangaasaa Ahmed fi Adde Salihaa Samii
➡️Yaroo $ 20,000 guuranii gabaasan Sabontoota dhugaa tahanii gaafa ↔️Girmaa Xuruneh kan Barattoota Oromo dhiiga Xuuxaa jiru kan dhiiga Ilmaan oromo dhangalaasa ture Saaxilan gantoota Eergamtoota diinaati jachuun maaf barbaachise .? dhugaa Ilmaan Oromo martinuu arkan dhooysuuf warri of dhooysee waa namaratti barreeysu garagarummaa keessaniifi Girmaa Xurunh Maali? Deebisaa fi Murtii Ilmaan Oromotif dhiisa

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Ollaa: Oromo Legacy Leadership And Advocacy Association

IMPORTANT UPDATE: OLLAA is always seeking for opportunities to engage with Oromo communities around the …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *