ODUU GADDISIIFTUU……….. - Welcome to bilisummaa

ODUU GADDISIIFTUU………..

Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji’uun !!!!
guyyaa dheengaddaa barsiisaan SHEIKH AMIIN IBROO (sheikh Aadam caffee) du’aan Addunyaa tanarraa galanii jiran !!!!

Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji’uun…… yaa rabbi !!! rahmata isaaniif godhi, yaa rabbi jannataan isaan badhaasi, yaa rabbi ollaa nabiyyii keetii isaan qubsiisi !!!!

Oduu gaddisiiftuiu tana osoo dhageysuu yoo (innaa lillaahi wa innaa ileyhi raajiuun) hin ja’in hedduu nama dinqisiiftaa beeki !!!!

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Xinxalaa – Maali Mallisaa?

Shabboo Meedidya. Sabaa-himaa dhimma dantaa Oromoo irratti xiyyeefate. Waan Oromoon hundi baruu qabu, dhugaan Oromoo …

Leave a Reply

Your email address will not be published.