Oduu Haaraya

OMN News – Oduu : March 4th, 2014

OMN inaugurated on March 1st, 2014. Junedin Sado granted asylum in the US. Oromo Studies Pioneer and long time advocate, Professor Paul Baxter dies. Tirfi Tsegaye wins Tokyo Marathon.

Oduu Oromia Media Network Bitootessa 4, 2014

Ameerikaan Obbo Junedin Saaddoof koolugaltummaa siyaasaa kennite. Hayyuun Qorannoo Oromo Professor Paul Baxter boqotan. Ruusiyaan warraanni Yookreen kutaa Bahaa qubate akka harka kennu doorsifte. Tirfi Tsaggaayee Maaratooni Tookiyoo moo’atte

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

Jijjiiramni Oromoon kumaatamaan itti warageeme kana fakkaata

Ajandaa Mana Marii Nageenya Biyyolessaa (National Security Council/ NSC) Roobii Darbee:Roobii darbe jechuun gaafa Qaammee …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *