Oromiyaa; Gubbaa Qorichaa | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Oromiyaa; Gubbaa Qorichaa

‪#‎OromoProtests‬ yeroo ummanni Gubbaa Qorichaa ( harargee Lixaa) ofiifuu beelaan dhumaa jiru kanatti,ayyoonni achii nyaata bifa kanaan Agaaziif akka fidan dirqisiifamaa jiran.

gubbaa qorichaa

Check Also

kadiir Juhaar

Siyaasaa fi amantii

Akkuma beekkamu baroota dabran keeysa gaafa mootummaa EPRDF sanitti hoggansa amantiin isaa islaama tahe irra …