Oromo refugee's performing at the Nairobi University on Refugee Day 20th June..
Oduu Haaraya

Oromo refugee’s performing at the Nairobi University on Refugee Day 20th June..

About bilisummaa

Yaa rabbii ilmaan Oromoo haqa garsiisi warra haqa isaa ka dhabe karaa haqaatii fii gootummaan ifirratti falmatee deeffatu godhi!! Baha, Dhiha, Kaabaa fii kibbatti sagalee keenya tokko nuuf taasisi yaa waaqa!!

Check Also

16

Seenaa OSFNA fii hundeeysitota isaa

OSFNA OSFNA (Oromo Soccer Federation of North America) ja’amee bara 1996 ardii Ameerikaa Kaabaa, biyya …

One comment

  1. baayyee bareeda, nama boonsa, garuu basastooni wayyane waan achi keessa sochaniif, namoota keenya akka saxilee soda qaba, ofii eegana godha lammii koo