Oduu Haaraya

#OromoProtests har'a Amajji 6, 2016 jiraattonni Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada'aa Bargaa, ganda Bakkee bulchaan gandaa...

Posted by Jawar Mohammed on den 6 januari 2016

#OromoProtests har’a Amajji 6, 2016 jiraattonni Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada’aa Bargaa..

#‎OromoProtests‬ har’a Amajji 6, 2016 jiraattonni Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada’aa Bargaa, ganda Bakkee bulchaan gandaa tokko ummata hiraarsuu akka dhiisu jaarsotaan itti waywaatanii dadhabnaan mana isaa bifa kanaan daaraa godhan. Mana kana gubuu duratti ilmaaniifi horii hundaa keessaa waan baasaniif lubbuun miidhame hin jiru.

Check Also

olla

Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer

The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California …