Kampala jiraatan,mootummaa biyyattii irraa hiriira bahuudhaaf hayyama dhabanillee,maqaa hawaasa Oromoo biyya Uganda-tiin walitti qabamuudhaan ajjeechaa fi hidhaa mootummaa wayyaanee mormuun,hiriira nagayaa hawaasaa fi barattoonni Oromoo godhaa jiran kan deeggaran tahuu dubbatan. Barattootaa fi ummata Oromoo wareegamaniifis duungoo qabsiisuudhaan yaadatanii jiru.Kana malees,Barattootaa fi hawaasa Oromoo biyya keessatti rakkinni irra gahee fi gahaa jiru.toora dandahame hundaan akka deeggaran ibsaniiti jiru.
Hawaasni Oromoo biyya Ugandaa Oromoota biyyoota garaa garaa keessatti hiriira bahanii sagalee keenya addunyaa dhageessisaa jiran irraas baay’ee akka gammadan wal gahii kanarratti dubbatanii jiru. Xumura irratti manguddoo fi abbootii amantii eebba godhameen wal gahii isaanii goolaban.
Check Also
Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa adabbii qarshii 500 irratti murteessee jira..
Dabalataan manni murtii guyyaa har’aa Jawaar Mohaammad Abbaan Seeraa naaf haa jijjiiramu’ waan jedheef qofa …