Gabaasa Qeerroo Sadaasa 30, 2015 Sadaasa 30,2015 Goototni barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Harammayyaa Warraaqsaa FDG dhoosuun gaaffii Mirga Abbaa biyyummaa dhiyeeffachuun karoorri Master Pilaanii Finfinnee fi …
Read More »About 30 Oromo students were injured at Haromaya University when federal police and Agazi were attacked them in their dormitory.
About 30 Oromo students were injured at Haromaya University when federal police and Agazi were attacked them in their dormitory.
Read More »BBC decided to start broadcasting in Afaan Oromo
Seenaa Abdiisaatiin Fulbaana 6, 2015 ibsa meediyaa addunyaawaa BBC World irraa ba’een Afriikaa dabalatee biyyoota kanneen akka Ruusiyaa fi Kooriyaa keessatti Afaanota garaa garaatiin tamsaasa …
Read More »Walaloo CAAM-BAATEE
https://youtu.be/x09_3g3QSBw
Read More »Wallaggaa Lixaa Keessatti Hiriira Mormii Itti-fufee fi Tarkaanfii Humnoota Mootummaa
Mormii maastar pilaanii Finfinneetiin wal qabatee hiriira mormii godina Wallagga Lixaa aanaa Mandii keessatti geggeeffameen, haga ammaatti namoonni sadii rasaasaan rukutamuu isaanii himame.
OMN: Halli ammaan kana magaalaa Mandii keessatti muldhataa jiru gar-malee yaaddessaa ta’uu jiraattonni dubbatan. Labsii qindaawaa magaalota Oromiyaa jechuun Caffee Oromiyaatiin dhihaatee turee fi, mastar …
Read More »Poolisoonni Oromiyaa mormii barattoonni kaleessa gaggeessan irratti hubaatii tokko akka hin geessisne himame
Hiriira Barattoota Oromiyaa Keessaa fi Deebii Mootummaa
Torban tokko duraa jalqabee, hiriirri barattootaa, Shawaa Lixaa magaalaa Giincii keessatti geggeessame, hidhamuu namoota hedduu dhaqqabsiise – jedhu – jiraattonni magaalattii. Paartiin mormituu Kongiresiin Federaalawa …
Read More »Godina Lixa Wallagga Ijoolleen Oromoo ukkaamfaman
Godina Lixa Wallagga Ona Ganjii irraa dargaggootni Oromoo barreessaa kitaaba UDDEELLAA, Galataa Caalaa Baayisaa akkasumas obboleessa isaa Qadiidaa Caalaa Baay’isaa fi Takkaalliny Bantii Baay’isaa jedhaman …
Read More »Walaloo Afaan Oromoo Gaafa Handaraafaa
https://youtu.be/mo3CKHiPJ0U
Read More »