
#OromoProtests, Grand rally Dambi doolloo
#OromoProtests, Bordode town, West Harage
Ilaamn Oromoo Nagaan Afur Rasaasaan Rukutaman
Godina Bahaa Wallaggaa AANAA HAROO LIMMUUtti Uummatni Oromoo fi Qeerroon Bilisummaa Oromoo wal ta’uun Filannoo kijibaa Wayyaanee Irratti FDG dhoosuun waraana Wayyaanee Dura Dhaabbatan.Ilaamn Oromoo …
Read More »Ummatni Oromo Caamsaa 02, 2015 Oromoota 50 ol ta’an hidhaa keessaa baase.
Oromiapress Ummatni Lixa Oromiyaa Ona Haroo Limmuu keessatti argamu Caamsaa 02, 2015 galgala walgurmeessee lammiilee Oromoo 50 ol ta’an hidhaa keessaa yaase. Caamsa 02/2015 Godina …
Read More »JAFER ALI: FINFINNEEN HANDHURA OROMIYAA TAATULLEE ADDIIS ABABA AMMOO GODAANNISA GABRUMMAATI
(Oromootv) Qabeenya uumaa hunda keeysaa bu’urri guddaanii fii fiinxeen lafa hoggaa tahu oromooniis qabeenya uumaan badhaafame keeysaa guddichi lafuma isaati. Lafti oromoo bal’ina isii caalaa …
Read More »