Waan namni hundi erga waggaa 25 ti sodatee bira deemaa ture ilmi Oromoo kun akkatti sodaa tokko malee dhugaa jirtu dubbate dhaggeeffadha.
Dhugaan jirtu tana qofa. Qabsoo hoogana hin qabnetti barattoonni fi hojjattoonni teenya dhumaa jirti jedhe.
Namni yaada kanaan sirrii miti jedhe diina Oromoo guddaadha. Oromoon yaada nama kanaa hojjirra yoo oolche qofa jedhe amana kan abbaa biyyummaa mirkanneefachuu danda’u.